working on fiverr

Work on fiverr in ethiopia 2023 for beginners step by step

fiverr jechun jaqaba or website kun fibber jedhama namoota bayye carra hojji online uumefi jira isiinis carra kanati fayyadamun hojji kessan hojjachu dandessu.

fiverr irrati hojjile garagara bayyetu jira isaan kessa kan isiinif tu’u or kan dandeeti kessan wajin deemu irrati hojjachu dandessu. Hojjile fibber irrati hojjataman kessa murasa maqaa dhahuuf.

Example to work on fiverr:

  • Logo design
  • Website develop
  • Background remove
  • Video editing
  • Social media marketing
  • SEO
  • Translation
  • Ad Copy
  • NFT art and much more

Why work on fiverr? | maalif fiverrirrati hojjachanna

Easy for beginners | jalqabdootaf salphadha

Hojji online irratti hojjataman kessa inni fiverr irrati hojjatamu namoota Ethiopia kessa ta’un hojjatanif bayye garidha. Kessatu yoo beginners  tatan fibber irrati hojji isiinif ta’u kamu ni argatu. Kanaf ammo fiverr caalaati filatamadha. Guyyati dollar 5 irra kasse hanga dandeeti kessanitti hojjachun qarshi bayye argachu dabdeesu

Amansiisa

fiverr irrati wan sobun hin jiru hunduf  kan giddugalessa ta’e wan qaunamsiisu fiverr wan ta’ef hundu seeraa fiverr kabajun irrati walin hojjata. Kanaf ammo fiverr irrati hojjanu soda hin qabu.Isiin kan isiinif ta’u irra filachun irrati hojjachu dandessu bayye salpadha

Create fiverr account | Awwanti fibber banachuu

 fiverr account create gochuf gara website fiverr.com demuun account gmail, Faceboo, and icloud kessanin seentu. Namooni bayyen daqiiqa daqiiqan order fudhatu. fiverr irrati dollar 5 hanga dollar 1000 ni hojjatama.

Erga seentani booda gara profile kessani deemun form hunda isa guutu eegaltu.

Form fiverr kan profile kessani kana guutun dirqama, akksuma bayye barbachisadha.
Namni hojji hojjatu qabu wan irrati hojjatuf wanta dandeesti isa ibsu qabachun hojji isa eegala. fiverr kessattis akkasuma wantoota isan isiin gafatan hunsa isa guutun fiverr irrati hojjachu dandeenya jechudha.


Form guutan kessati wantota hafu hin qabne inni ijo jedhaman kessa murasni, Social media account, about yourself bio kessan jedhuna akkasuma profile picture, dandeeti kessan write gochu dha. Profile picture kessan yeero hojjatan yeroo kessan fudhachun hojjachu qabdu.


Tasuma iddo description kessan empty hin godhin, amaanama tu’u qabdu website yoo qabatan account kessan wajjin walitti link godha.
Yeroo account kessan fill gootan become seller kan jedhu select godhun itti seentu

Yoo isa in select hin godhiin hojji Kenya hojjachu hin dandeenyu wan ta’ed become seller kan jedhu irra gara next page seena.

Ammas irra deebin become a seller kan jechu irrati click gochun iddo form itti fill gonu nu gessa achi wanta immi muu gafate  hunda isa itti guutanna. Wantoota as kessati nuu gafatan hunda isa kan ture ta’ef kan kessan irrti fill gocha deemna.

Ajaajaf seera isani hunda kabajuun dirqama wanta ta’ef wanta isan as irrati display godhan hunda read gochun continue gona.

Personal info | oddefanno dhunfa

Personal info kessati full name: first name, last name, profile picture, description minimum 150 characters and max 600, language and language level keenya itti guunne yoo xummuree continue gona to next  page.

Professional Info | oddefanno danddeeti

Professional info kessati information kessan kan akka occupation, skills, educational, certification and personal website itti guutu. Inni kun hundi isa bayye barbachisadha fibber wajjin hojjachuf kanaf information ture ta’u irrati guutun barbachisadha.

fiverr professional form

Linked Account | hidha akkawantii

Step kana kessati social media kessan kan dhunfan itti fayyadamtan fiverr account kessan kana wajjin waliti link gootu. Inni kun amaanamumma kessanif bayye isiin Fayyada wan ta’ef account kessan kan true ta’e link gootu caalaati fayyida qaba, isaan asii gaditti.

tarrefaman Google, Facebook, Twitter, Stack Overflow and Github yoo qabatan connect godhu qabdu.

Account Security | nageenyuma Awwoont

Account security page bayye important ta’e jirudha isa kana kara email or phone number keenyan verify gochu ni dandeenya. Karalee laman kessa tokkon or both verify godhachu dandeenya garu dirqaba yoo xiqaate tokko filachu qabna kun caalaatti hojji keenya akka gariiti soda tokko male akka hojjanuf nu gargara wan ta’ef.

Xumura fiverr profile keenya irra gahuf deema jira wan ta’e continue and create your first Gig kan jedhu select gone gara next page deemna.

Erga kana hunda goone booda form gune yeroo tokko gara back gone check gona sana booda wanti nuti form sana irrati guune hundi sirri ta’u isa erga chack godhanne booda continue gochun xumuura irrati page kana nuuf fida.

Kana jechun profile fibber keenya hamma ta’en xuumure jira jechudha amma gara hojji keenya itti aanutti deebi’un wantoota godhamu qabu hojjanna jedhudha.

Find Resource | Maddii isa barbaduu

Resource nuu help gochu danda’an essa arganna.

Kana argachuf website garagara fayyadamu ni dandeenya example canva.com. canva irrati hojjile fibber irrati hojjatan kamu gara canva fidun erga sirresiine bode gara fibber tti deebisuun sell gochu dandeenya.

Inni bira ammo dandeeti mata keenya fayyadamuun hojjachu dandeeny example background remove irrati hojjana tanan image background remove gochuf adobe phtoshop fayyadamus ni dandeenya. Logo design goona yoo ta’e ammo Adobe illustrator fayyadamun hoajjach dandeenya.

Content writer tane hojjachu barbanna yoo ta’’e ammo app akka grammarly  fa’a fayyadamun content keenya grammar isa kan eeggate akka hojjanuf nu gargara.

How to Withdraw | wan hojjatan afachuu

Qarshi hojjatan fiverr irrati Karalee garagaran bafachu danda’ama isan kessa kara paypal fi baankii bayye filatamadha. Isiin kuunin Ethiopia kessa withdraw gochuf more filamadha. 

Conclusion

Hojji online irrati hojjatama jiran kessa inni irra caalaa jedhamu kara fiverr tiin hojjatama jira. Ethiopia kessati hojjile online hojjachun qarshi argachu amma reefu baratama dhufa jira. Kanaf ammo fiverr bayye filtamadha.

Walumagalatti mana kessan ta’un ykn ammo iddo hojjeti yeroo boqonna kessani fiverr irra seenun hojji skill kessanin walqabatu hojjachun jireenya mata kessani jijjirun kan maatii kessanis jijjiru dandessu.

Step by step arman oli hordofun gali mata kessani ummadha yeroo kessan osoo hin guubin ammuma eegala. Xumuure jira yaadaf gafii yoo qabatan contact nu godha galatooma.

Related Posts

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *